Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru.Gaazexxeessaa Taarikuun hundeeffama Raadiyoo Faanaa irraa eegalee sagantaa Raadiyoo Faanaa Afaan Oromo