Ayyaanni Fichee Caambalaalaa kabajamaa jira

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Ayyaanni jijjiiraa bara haaraa Saba Sidaamaa Fichee Caambalaalaan Sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.Ayyaannicha sababeeffachuun guyyaa kaleessaa Giddugala Aadaa keessatti sirnoonni garaagaraa kan gaggeeffamanii