Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanarraa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa konkolaattota fe’umsaa 100 hojii eegalchiiseera.Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbatichaa Injinar Abdulbar Shamsuun wayita kana, konkolaattota fe’umsaa kaneenit