Obbo Taaggasaa Caafoon lammiilee Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsi akka taasifamu gaafatan

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon Magaalaa Aarbaa Minci fi Godina Gaamootti balaa lagni Kuulfoo guutee qaqqabsiise daawwataniiru.Godinicha iddoowwan garaagaraatti rooba cimaa robe