Akkaataan Hawaasni Harargee fardeen gaara Qundhudhoo itti tursiise kan dinqisiifamuudha – Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Akkaataan Hawaasni Harargee fardeen gaara Qundhudhoo itti tursiise kan dinqisiifamuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.Akkaataan ummatichi waggoota 500 oliif Fardeen Diidaa Kunuunsee tursiise