Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Godina Baaleetti balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsameera.Konkolaataan deddebisaa uummataa Godina Baalee Aanaa Barbaree irraa imaltoota fe’atee gara Magaalaa Roobee deemaa ture Aanaa Goobba