Gabateen haaraa KonkolaattootaaTajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf dandeessisa – Komishinar Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel gabateen haaraa Konkolaattootaa tajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf dandeessisaa jedhan.Akkasumas jijjiiramni gabatee konkolaatto