Aarbaa Minci 0 –1 Adaamaa

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan injifannoo jalqabaa galmeesseera.Adaamaan bara kana walitti aansuun taphoota 3 qixa erga bahee booda har’a galchii 1 fi 0’n kilaba Aarbaa Minci