Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Faransaay hariiroo daldalaa qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Ministira bakka bu’aa Ministeera Daldala alaa fi Diinagdee Faransaay Niko