Kibba Tigraayitti aanga'aan duraanii kaafamuun muddama haaraa uume - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 أيام
Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay bulchaa duraanii Godiina Kibba Tigraay angorraa kaasuun hogganoota biroon bakka buusuu hordofee naannichatti muddamni dhalate.