Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi wajjin mari’atan

fanabc.com
منذ 20 ساعة
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) - Pirezidaantittiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen Afrikaatti gorsaa Olaanaa Pirezidaanti Tiraampi Maasaad Boloos waliin mari’ataniiru.Maree kana yaa’ii daladalaa Afrikaa fi Ameerikaa Angoolaatti taa’amaa jiru cinat