Itiyoophiyaan birmadummaa fayyaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetaa jirtu Afrikaaf fakkeenya kan ta’udha – Piroofesar Roomaa Chilaangii

fanabc.com
منذ 18 ساعة
Finfinnee, Sadaasa 19, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan birmadummaa fayyaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetaa jirtu biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya kan ta’udha jedhan Ministirri Fayyaa Zaambiyaa Piroofesar Roomaa Chilaangiin.Yaa’iin Fayyaa Hawaasaa Afrikaa