'Naannawa daangaa Badimmmeetti waraanni itti fufeera'-jiraattota - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 13 ساعة
Naannawa daangaa Ertiraa irraa fageenya gabaabaa irratti argaman bakkeewwaan Gamhalo fi Nafra jedhamanitti, Roobii fi Kamisa waraanni gaggaaggeeffamaa akka jiru jiraattonni himan.