Israa’el Iraan meeshaa waraanaa keemikaalaa hojjechaa jiraachuu himachuun US haleellaa haaraa akka irratti bantu gaafatte - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 3 ساعات
Ministirri Ittisaa Israa'el, Israa'el Kaat Kibxata Iraan meeshaa waraanaa keemikaalawaa misoomsaa akka jirtu ibsuun Teehraan kana akka hin goone dhaabsifamuu akka qabu cimsee akeekkachiise