Finfinnee, Sadaasa 14, 2019 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Buruundii fi Dura Taa’aa Yeroo Gamtaa Afrikaa Evaariisti Nigaayishiimiiyyee waliin mari’ataniiru.Dooktat Abiy Ahimad Konfiraansii Fayyaa Hawaasaa Afrikaa 5f