Masirii, Ertiraafi Sudaan waa'ee Galaanaa Diimaafi Gaanfa Afrikaa maal mariyatan? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Biyyoonni sadan dhimma Galaana Diimafi Gaanfa Afrikaarratti mariyachuunsaanii kan dhagahame yeroo muddamni Itoophiyaafi Ertiraa gidduutti cimetti.