Finfinnee, Sadaasa 11, 2019 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Duulli Talaallii Pooliyoo Kutaa Magaalaa Gullallee, Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Iyyeerusaalemitti eegalchiifameera.Duulichi har’aa eegalee hanga Sadaasa 14, 2019 gaggeeffama.Hogganaa Biiroo F