Lammiileen Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 561 gara biyyaa deebi’an

fanabc.com
منذ ساعة
Finfinnee, Onkoloolessa 16, 2019 (FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 561 gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiilee torban kana keessa balallii torbaan gara biyyaa deebi’an keessaa 929 dhiirota, 580 dubart