Jeneraal Taaddasaa Warrada deeggarsa eenyuufi akkamiin TPLF harkaa akka miliqan dubbatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 5 ساعات
Guyyoota 15 kan ta'uuf harka TPLF kan turan pirezidaantiin duraanii Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Jeneraal Taaddasaa Warradaa naannoo itti hidhamanii turanii "deeggarsa bulchiinsa naannoo" TPLF harka jiruutiin miliqanii bahuu dubbatan.