Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’uudiitti Haala Rakkisaa Keessa Turan 1,447 Gara Biyyaatti Deebi’an

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Onkoloolessa 9, 2019 (FMC) - Lammiileen Itiyoophiyaa Sa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa irra turan kumni 1 fi 447 gara biyyaatti deebifamaniiru. Lammiilee deebi’an keessaa dhiironni 1,139, dubartoonni 261 fi daa’imman 47 ta’uun ibsameera.