Finfinnee giddugala Turizimii Ispoortii taasisuun gahee hunda keenyati – Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 11 ساعة
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2019 (FMC) – Finfinnee giddugala Turizimii Ispoortii taasisuun gahee hunda keenyati jedhan Kantiibaan magaalichaa Adaanech Abeebeen.Kantiibaa Adaanech Yaa’ii Mana Maree Ispoortii magaalichaa 16ffaa eegalchiisaniiru.Ispoorti