Finfinnee, Fulbaana 30, 2019 (FMC) - Dameen albuudaa qabeenya uumamaa biyya tokkoo gara guddina dinagdee, carraa hojii uumuu, galii sharafa alaa argamsiisuu fi indaastirii guddisuutti jijjiiruuf shoora olaanaa qabudha.Itiyoophiyaanis qabeenya albuuda