Barattoonni Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Tigraayitti barachaa turan Yuunivarsiitiiwwan birootti yeroo muraasaaf akka ramadaman murtaa’e

fanabc.com
الآن
Finfinnee, Fulbaana 4, 2019 (FMC) - Haala yeroo ammaa naannoo Tigraay keessa jiru irraa kan ka’e Barattoonni Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Tigraay Jiranitti barachaa turan Yuunivarsiitiiwwan birootti yeroo muraasaaf akka ramadaman murtaa’eera jedhanMini