Itiyoophiya, biqiloota biliyoona 56.8 dhaabuun addunyaarratti seenaa haaraa galmeessite…

fanabc.com
منذ 23 ساعة
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan yaada Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad maddisiisaniin, sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2011 eegalteen biqiloota biliyoona 56.8 dhaabuun addunyaa irratti seenaa haaraa galmeessiteetti.Sagantaan