Sirni gaggeessaa reeffaa Wellistuu Ilfinash Qannoo gaggeeffamaa jira - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 24 ساعة
Walllaggaa Bahaa naannoo Magaala Naqamteetti kan dhalaatte Ilfinesh Qannoo kun, umrii ijoollummaatiin gara qabsoo Oromootti makamte.