Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa Firaanki Gaarshiiyaa waliin mari’ataniiru.Dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsani