Tootenhaam yeroo 2ffaaf walitti aansuun injifatame

fanabc.com
منذ 7 ساعات
Finfinnee, Hagayya 23, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi sagantaa torbee 2ffaan Tootenhaam Niwuukaasiliin injifatameera.Tapha galgala kana sa’aatii 1:30 eegalee taphatameen Niwuukaasiil galchii 2 fi 0’n Tootenhaam injifateera.Tootenhaam tapha