Bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa gaggeeffamaa jiru- Aadde Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Hagayya 21, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti bu’uuraaleen misoomaa Ispoortii mijatoon waan hojjetamaniif gosoonni Ispoortii garaagaraa gaggeeffamaa jiru jedhan kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebeen.Aadde Adaanech Abeebeen dorgomm