Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Guyyaa har’aa Kompileeksii Meedikaalaa Niwu Laayif eebbisuun hojii eegalchiisneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiya hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,