Finfinnee, Hagayya 14, 2018(FMC)- Hojiin Tajaajila Lammumaa hojii humna, faayidaa fi fedhii hawaasaan hojjetamudha.Akka biyyaatti hojii kanaaf xiyyeeffannoo guddaan kennamee hojjetamaa kan jiru yoo ta’u, bu’aa qabatamaanis irraa argamaa jira.Guyyaa h