Komishiniin Marii Biyyaalessaa komii ABIN'f deebii kenne - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Komishiniin marii biyyaalessaa ibsa Paartiin Sochii Biyyaalessaa Saba Amaaraa-ABIN tibbana ''adeemsa marii biyyaalessaa irraa komii qabaachuu eeruun'' baaseef deebii kenneen yaada paartichaa akka hin qooddane ibseera.