Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira- Komishinicha

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Ummanni malaanmaltummaa irratti abbummaan qabsaa’aa jira jedhan Komishinarri Komishinii Farra Malaanmatummaa Federaalaa Dooktar Saamu’eel Urqaatoo.Yaa’iin Hariiroo Komishinaroota Farra Malaanmaltummaa Biyyaalessaa 17