Sosochii guyyaa tokkoon biqiltuuwwan miiliyoona 800 dhaabuu…

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Itiyoophiyaatti waggaa waggaan lafa hektaara kuma 90 – 100 irraa bosonni ni cirama.Kunis hongee, balaa lolaa fi rakkoolee biroof sababa ta’aa tureera.Mootummaan Ida’amuu rakkoolee kanneen qolachuuf sagantaa ashaaraa magariisaa ummata hirmaachise erga