Mariin Biyyaalessaa hirmaachisummaa, wal dhaggeeffachuu fi furmaata waloof bu’uura cimaa kaa’aa jira – Hirmaattoota

fanabc.com
منذ 13 ساعة
Finfinnee, Adooleessa 21, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa amma gaggeeffamaa jiru hirmaachisummaa cimsuun, aadaa furmaata waloo barbaaduu dagaagsuu fi ijaarsa biyyaaf bu'uura cimaa kaa'aa jira jedhan hirmaattoonni marichaa.Akka