Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti nageenya cimsuun misooma waaraa mirkaneessuuf murannoon hojjetamaa jira jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii.Obbo Awwaluun gaaffii fi deebii Faanaa M