Buufanni Asab waggoota 30tti siquuf maaliif one? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Itoophiyaan hanga bara 1993 ulaa Galaana Diimaatti ishee baasu qabdi ture. Buufanni doonii Asab handaara galaanichaa diimaarra jiru itti baha galaanaa Itoophiyaa ture.