Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa Poolisii Dubaay waliin ta’uun Shakkamtoonni karaa seeraan alaa namoota daddabarsaa turan to’ataman jedhe.Shakkamtoonni kunneen daddabarsa namootaa balafaamaa ta’an raawwachaa tur