Jen. Tsaadqaan fa'i dhimma Tigraay irratti Finfinneetti hiriira bahuufi - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 5 ساعات
Hiriirri nagaa ''dirqiin waraanatti naquuf'' sochii taasifamu kan mormu akkasumas mootummaan federaalaa dhimma naannichaa irratti ''dirqama mootummaa akka bahu'' gaafatu Sanbata xiqqaa dhufu Magaalaa Finfinneetti akka taasifamu qopheessitoonni dubbatan.