Itti gaafatamummaa nutti kennameen dhugaa, kutannoofi amanamummaan ni tajaajilla- Kantiibaa Adaanech Abeebee

fanabc.com
منذ 23 ساعة
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Itti gaafatamummaa nutti kennameen dhugaa, kutannoofi amanamummaan ni tajaajilla jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsanii