Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa barattoota kuma 1 fi 688 eebbisiise

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Bitootessa 13, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Dirre Dhawaa barattoota kuma 1 fi 688 eebbisiiseera.Sagantaa eebbaa kanarratti Af-yaa’iin Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaa Abdii Muktaar akka jedhanitti, hojiin mootummaan rakkoo qulqu