Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti shakkamtuun kookeeyinii dhoksitee dabarsuuf yaalte to’atamte

fanabc.com
منذ 5 ساعات
Finfinnee, Bitootessa 10, 2018( FMC)- Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti shakkamtuun baala sammuu namaa hadoochu kookeeyinii giraama 500 dhoksitee dabarsuuf yaalte to’atamteerti.Lammii biyya Ugaandaa kan taate Muukiisaa Isteelaan baala sammuu