Ayyaanni Iid Al Faxir Addeessi har’a galgala yoo mul’atte Boru, yoo hin mul’anne ammoo Jimaata kabajama – Mana marichaa

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC) – Ayyaanni Iid Al Faxir Baatiin/Addeessi har’a galgala yoo mul’atte Boru, yoo hin mul’anne ammoo Jimaata kabajama jedhe Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa.Duudhaaleen waliif yaaduu wayita Ram