Kennaa addaa hawaasa aanaalee Sadii Canqaa fi Hawwaa Galaan, Pirojektii misooma Jallisii Qexoo…

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) –Godina Qeellam Wallaggaatti kan argamu Pirojektiin Misooma jallisii Qexoo jireenya hawaasaa naannawichaa jijjiiruu keessatti piroojektii gahee olaanaa qabuudha.Piroojektiin hawaasa Aanaalee Sadii Canqaa fi Hawwaa