Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan taphoonni har’a sa’aatii 9:00 eegaluun taphataman lamaanuu qixaan xumuraman.Nageellee Arsiin Bahiirdaar waliin galchii malee qixa yoo xumuru, Midira Gan