Baatii Ramadaanaa keessa harka qalleeyyii fi namoota rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasisuun barbaachisaadha – Sheek Hajjii Ibraahiim Tufaa

fanabc.com
منذ 6 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 28, 2018 (FMC) -  Baatii Ramadaanaa keessa harka qalleeyyii, godaantotaa fi namoota rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasisuun barbaachisaadha jedhan Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Shee