Finfinnee, Guraandhala 24, 2018 (FMC) – Milkaa’ina filannoo Waliigalaa 7ffaaf dubartoonni itti gaafatamummaa isaanii adda durummaan bahachuu qabu jedhan Pirezidaantii Itti aanaa fi Itti gaafatamaan Waajjira Muummee Partii Badhaadhinaa obbo Adam Faara