Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa xumurame

fanabc.com
منذ 11 ساعة
Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga'ii Idileen Mana Maree Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurame.Walga'ichi dhimmoota biyyaalessaarratti mari'ataa tureera.Dhimmoota biyyaalessaa fi Paartirratti bal'inaan mari'achuun