Dooktar Abiy Ahimad dura taa’aa haarawaa Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan

fanabc.com
منذ 12 ساعة
Finfinnee Guraandhala 8, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad dura taa'aa haarawaa Gamtaa Afrikaa , pirezidaantii Buruundii Ivaaristee Nidaayshiimiyeen waliin mari'ataniiru.Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsan