Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii duraanii Afrikaa Kibbaa Taamboo Mibeekii waliin mari’atan

fanabc.com
منذ 9 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii duraanii Afrikaa Kibbaa Taamboo Mibeekii waliin mari’ataniiru.Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsanii, Pire