Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Kootidiivuwaar Alaasaan Ootaaraan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.Pirezidaanti Alaasaan Ootaaraan wayita buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Boolee ga